Handhuraa

Handhuraan: horii Aabban ilmee kennu akka Aadaa Oromoo Booranaatti. Handhuuraa Oromoon durii qabdi. Addunyaan ammoo dhiyoo erga baankiin dhuftee egalte (book account) daa'imii yoo dhalate banuufi. Handhuuraallen akkasuma yoo daa'immii dhalattu akkaata armaan gadiitiin horii dhuunfaa isaa keennaniif. Handhuuraan jechaa handhuura jedhu irraa dhufe. Handhuurti walakkaa nafa namaa taha gadittifi taha olii jidduu jirti. Ammas … Continue reading Handhuraa

Seenaa Guddataa (4ffaa)

https://soundcloud.com/user-897514358/seena-guddataa-4ffaa Kuta Afraffaa Yeroo Guddataan garee wal-gargarsaa wajjiin jalqabe bay’ee sodaatee fi dhiphate. Toftaan kun akkamitti nama qaroo hin qabne gargaara, jedha. Innis torbee torbeedhaan santiima 50 kan kadhatee argatu irraa isaan bira gessuu qaba, garuu inni namoota argee hin beekne amanee qarshii isaan birratti qusaachuun cimma itti ta’e. Isaan yoo najalaa hataan hoo? Isaan … Continue reading Seenaa Guddataa (4ffaa)

Seenaa Guddataa (3ffaa)

https://soundcloud.com/user-897514358/seena-guddataa-3ffaa Guddataan du’a warra isaa kanaaf maal akka godhu hin beekne, garuu ollaan isaani isa gargaaran. Sirritti yaduufillee hin dandeenye, inni baay’ee gadde. Erga abbaafi haatisaa dhukkubsatanii irraa du’anii booda, ilmisaanii Guddataan immoo magaalaa keessa kadhataa oolee galee jaartii yommuu haatii fi abbaansaa dhukkubsachaa turan isa kunuunsaa turte sana waliin waggaa afur caalaa jiraateera. Guyyaa … Continue reading Seenaa Guddataa (3ffaa)

Seenaa Guddataa (2ffaa)

Kutaa Lammaffaa https://soundcloud.com/user-897514358/seena-guddataa-2ffaa Dandiin baay’ee dheera fi awwara waan ta’eef deemuf rakkisaa dha. Obbo Qannoo fi aadde Jiituun wal-jalaa callisanii deemaa jiru; homaallee walitti hin dubbatan. Isaan gara kallattii Adaamaatti miillaan deemaa jiru malee sammuun isaani immoo kallattii meeqaa fi meeqatti faca’ee cinqamaa jira. Namootni isaan beekanis ta’ee firri isaanis dugda itti galan. Maaliif? Adeemsa … Continue reading Seenaa Guddataa (2ffaa)