Seenaa Guddataa (1ffaa)

https://soundcloud.com/user-897514358/seena-guddataa-1ffaa Kutaa Tokkoffaa Obbo Qannoo fi aadde Jiituun maatiisaanii jireenyaan giddugaleeyyii ta’anii fi ganda baadiyyaa tokko keessa gargar fagoo jiraatan keessaa, godina Shawaa Bahaa bulchiinsa mootummaa naannoo Oromiyaatti dhalatan. Akka aadaa Oromootti ijoollee sirriitti nyaachisanii guddisuun sirriitti  beekamaa dha. Haaluma sanaan, obbo Qannoo fi aadde Jiituunis soorattoota qabiyyeen badhaadhoo ta’an kan akka marqaa, caccabsaa, aannanii … Continue reading Seenaa Guddataa (1ffaa)

Oogummaa qonnaa guddisuu fi tooftaa  gahiinsa Oomisha moose fi garbuu biiraa

Naannoo Oromiyaa Godinaalee  Arsii, Arsii Lixaa, fi Shawaa Lixaa Gahiinsi beekumsaa fi ogummaan qonnaan bultootaa qonnaa isaanii irraa bu’aa qabeessa ta’uu fi ta’uu dhabuu keessatti murteessaa dha. Kana hojiirraa oolchuuf, beekmsaa fi ogummaa qonnaa isaaniitiif barbaachisu addaan baasuun madda fi tooftaa ittiin babal’isan guddisuun dhimmaa xiyyeffannoo keessaa galuu qabu. Mootummaan Itoophiyaa “Tarsiimoo Misooma Qonnaan Durfamuun … Continue reading Oogummaa qonnaa guddisuu fi tooftaa  gahiinsa Oomisha moose fi garbuu biiraa