Hunduu haa Barannuu
Barumsi ba’eessa
Doofummaa balleessaa
Qarooma jabeessaa
Dandeetti gabbisa Warri
Baratanii rakkoollee qoratuu
Warri hin baratiin Dukkaanaan
Jiraatu Walaalli Badduudha
nama gooti raatu
Dhiiraaf dubaraan hunduu
Haa baratuu horsiisaf
Barumsa waal simsifnee
Fayyaa fi qabeenya keenya
Tiksinee Jiruu dhaaf
Qophoofna dandeetti
Gabbifna barumsi kan hunda
Adda hin fo’atu
Ijoolleef manguddoo jedhe
Hin gaafatuu harka wal
Qabatee hunduu haa baratuu
Barattuu Hawwii kumarraa irra