Madaa qonyonyaa hin qabne kan namni namaa hin beekne; kulkula jaarraa hedduu dawwaas kan hin arganne. Madaan malaa hin qabne abidda cidii keessaati. Qoreen gaafa sanaa isheen laga ce’umsaas nu keessatti hafte. Kan nuuf tolu dhabnee doobbii fi gurgubbeen nutti maratte. Bara dhufaa darbaa jirma jiidhaa fi ulfaataa baannee halkanii fi guyyaa; bonaa fi ganna … Continue reading Madaa