Farda kee fe’attee

Yaada koo geejjibdee

Kaafattee  guluftee

Fuutee biyyaa baatee

Naan joortee jaawwartee

Ana naan jaakartee

Dammaqee ol jennaan

Abjuun abjuu taatee

                                            

Abjuun dhugaa taatee

Dhugaan abjuu taatee

Qalbiin koo rarraatee

Mara  dhugaa seetee

Dammaqee  ol jennaan

Hunduu soba taatee

Taatii laata dhugaa

Abjuun jijjiiramtee?

Hambaasan Guddisaa Galaa

+251 924 409 289

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s