Eebicha jejjedha Ni hadhaa’a
Eeboo warraakse Lolaaf ka’e
Faallesse Morme
Faana hooqe Deemsa kajeelchise
Fixeensa ganamaati Dafee bada
Foon leellisa Fira ho’isa
Gaaddisa ta’eef Boqochiise
Gaaddisa seene Boqote
Garaa bal’ata Obsa qaba
Gurra buuse Itti hime
Gurra guddata Maqaa gaari qaba
Ija hin fuutu Hin qaanoftu