Handhuraa

mataa da’imaa irraa haadan keessaa buusan. Guyyaa gubbisaa ykn moggaassuu Aabbaan da’ima kanaa loon keennaf. andhuraan:-horii Aabban ilmee kennu Loonsunosoodurattimaqaabiraaqabaatelleeirraa akka Aadaa Oromoo Booranaatti. jijjiiran, fakkeenyaaf Suukii, Obbol-bulee, Abbaa- Handhuuraa Oromoon durii qabdi. olee... Jedhaaniinillee irraa jijjiranii Handhuuraa Addunyaan ammoo dhiyoo erga baankiin dhuftee jedhaniin. Loon kun amma booda ka daa’immaa egalte(bookaccount)daa’imiiyoodhalatebanuufi. suniiti. Handhuuraa isaati … Continue reading Handhuraa

Yaa biyyoo Nanyaadhu

Magaalaa guddaa Oromiyaafi Itoophiyaa kan taate Finfinnee keessattidha.Ji’a Waxabajjii bara 2002.Guyyaansaa Dilbatadha.Guyyaan kun guyyaa boqonnaakoo waan ta’eef hiriyaakoo dhukkubsatee mana waldhaansa fayyaa,Xuqur Ambassaa ciisee waldhaanamaa jiru gaafadhee, sana boodammoo nama meeshaa daldalaa biyya alaatii naa fichisiisuutti horii kennuuf sagantaan qabadhe.Manni waldhaansa fayyaa Xuqur Ambassaa kun keessummoota dhukkubsattoota dubbisuu barbaadaniif sagantaa baase irratti, Guyyoota Dilbataafi Sanbataa … Continue reading Yaa biyyoo Nanyaadhu

Save the Children Baraarsa Daa’immanii(Save the Children) Waajjira Damee Naannoo Amboo

Dhaabbanni Baraarsa Daa’immanii (Save The Children) biyyoota 120 keessatti kan hojjetu miseensa gurmuu dhaabbilee Baraarsa Daa,immanii Addunyaati.Itoophiyaa keessatti hojii kan jalqabes gargaarsa namoomarratti xiyyeeffachuudhaani.Gara boodaattimmoo misooma egereerratti xiyyeeffachuudhaan daa'imman balaaf saaxilaman gargaaruurratti fuulleffate. Dhaabbilee Baraarsa Daa'immanii torban (Kanaadaa,Denmaark, Finland,Noorwee Suiidin,UK ,US)waliin ta’uudhaan jireenya daa’immanii fooyyessuurratti xiyyeeffatee Itoophiyaa keessatti hojii eegale.Kaayoo,sagantaa fi tarsiimoon Save The Children … Continue reading Save the Children Baraarsa Daa’immanii(Save the Children) Waajjira Damee Naannoo Amboo

Mararoo Gaa’eelaa ykn Warroommii

Afoolli Oromoo hambaa abaabileefi akaakileerraa jecha afaaniitiin dhalootarraa dhalootatti darbaa dhufe; ammas darbaa kan jiru; fuula duras darbaa kan jiraatuudha.  Kana jechuun Ummanni Oromoo durii kaasee yaada, ilaalcha, ergaa, falaasama, fedhiifi abdiisaa, gaddaafi gammachuu qabu afoolaan dabarsaa ture jechuudha. Kanaafuu, Afoolli Oromoo hambaa ganamaafi calaqqee aadaa Oromooti. Gabaabumatti, afoolli Oromoo dilbii bara dheeraati; cirracha bishaaniitis. Waraabamee,  lakkaawamee,  akkasumas … Continue reading Mararoo Gaa’eelaa ykn Warroommii

Yaa biyyo Nanyaadhu

Magaalaa guddaa Oromiyaafi Itoophiyaa kan taate Finfinnee keessattidha.Ji’a Waxabajjii bara 2002.Guyyaansaa Dilbatadha.Guyyaan kun guyyaa boqonnaakoo waan ta’eef hiriyaakoo dhukkubsatee mana waldhaansa fayyaa,Xuqur Ambassaa ciisee waldhaanamaa jiru gaafadhee, sana boodammoo nama meeshaa daldalaa biyya alaatii naa fichisiisuutti horii kennuuf sagantaan qabadhe.Manni waldhaansa fayyaa Xuqur Ambassaa kun keessummoota dhukkubsattoota dubbisuu barbaadaniif sagantaa baase irratti, Guyyoota Dilbataafi Sanbataa … Continue reading Yaa biyyo Nanyaadhu

Sadan Sooddoo

Tuulamni Ijoollee sadii qaba.Isaanis Daaccii, Bachoo fi Jillee dha. Yeroo mara namooti hedduun gaafa maqaa Sooddoo jedhu dhagayan akka qomoo Guraageetti kan ilaalan hedduu dha. Sooddoon ijoollee sadii godhatee lafasaa maqaasaatiin moggaafatee irra jiraachaa ture. Sadan ijoollee sooddoo; Odituu, Ummee(Tum’e) fi Liiban jedhamu. Isaan kunniinidha kan har’a sadan sooddoo jedhamanii beekaman. Lafti Sooddoo naannoo Shawa … Continue reading Sadan Sooddoo

Waa Sadii Afoola Oromoo

Akkuma maqaarraa hubatamutti waa sadiin damee afoolaa ta’ee wantoota sadiin, jechoota filatamoo ta’aniin gorsa, barumsaafi ergaa ciccimoo kan dabarsudha. Nama karaa gaariirra jiru ni jajjabeessa; kan daandii irraa maqe ni qeeqa. Walumaagalatti jiruufi jireenya Oromoo keessatti dhugaa jiru mara ifa godhee namatti agarsiisa. Waa sadii afoola Oromoo armaan gadiis kanuma dhugoomsa. Waa sadii ifa, waa … Continue reading Waa Sadii Afoola Oromoo