Afaan Oromoon qophaa isaatti jechaa fi hiika mataa isaa danda’e salphaatti uumuu kan danda’uu fi itti fadamnisaa kan namatti tolu, qubee Afaan Oromooti. Kanaatiif mee bifa armaan gadiitin haa hordofnu:
A: Adii fi Gurraacha
B: Baacaa fi Bulchaa
C: Cimdeessaa fi Caalii
D: Daddafaa fi Dabalii
E: Eebbasaa fi Eellanii
F: Fayyeeraa fi Feeneeni
G: Gabbisaa fi Goobanee
H: Hawwanii fi Hawwinee
I: Iddoosaa fi Iddilee
J: Jaallannee fi Jaalallee
K: Kuulanii fi Kumsaa
L: Lammeessaa fi Lalisaa
M: Mootii fi Mootummaa
N: Namoomsaa fi Nagumaa
O: Obsaa fi Obsanii
P: Paalastaayinii fi Peeruu
Q: Qeerransaa fi Qurruu
R: Rafuu fi Qeerransa
S: Suutumee fi Suutumaa
T: Taasisaa fi Tasammaa
U: Ulullee fi Ulee
V: Viidiyoo fi VCD
X: Xiilloo fi Xaaxessaa
Y: Yaadanii fi Yaaddessaa
Z: Zakkaariyaasii fi Zakkiyoos